Tarree Hadiisotaa
Arrabni kee Rabbiin zaakkaruu irraa jiidhaa ta'uu irraa hin deemin
عربي
الإنجليزية
الأوردية
Garbichi tokko badii wohii balleessee ka'ee akkas jedhe: yaa Rabbi badii koo naaf dhiisi
عربي
الإنجليزية
الأوردية
Namni Subhaanallaahi Wobihamdih, guyyaa keessa yeroo dhibba tokko jedhe, akka oomacha bahraa yoo ta'ellee badiin isaa isarraa haqamti
عربي
الإنجليزية
الأوردية
Namni yeroo kudhaniif "Laa ilaaha illallaahu Wahdahuu Laa Shariika lahuu, Lahul mulku Walahul hamdu wahuwa Alaa kulli shay'in Qadiir" jedhe
عربي
الإنجليزية
الأوردية
Yemmuu Mu'azinni akkana jedhe: Allaahu Akbar, Allaahu Akbar
عربي
الإنجليزية
الأوردية
Ani isin shakkuuf isin hin kakachiifne, garuu Jibriil gara koo dhufee Rabbiin guddaan Malaa'ikootatti akka isiniin dhaaddataa jiru natti hime
عربي
الإنجليزية
الأوردية
Hojiilee keessan keessaa irra caalaa isiniif himuu, akkasumas Rabbii keessaniin biratti irra qulqulluu ishee, sadarkaa keessan ol kaasuu keessatti irra ol aantuu ishee
عربي
الإنجليزية
الأوردية
Mufarridoonni darban
عربي
الإنجليزية
الأوردية
Halkan imala na geessan(Halkan israa'ii) Ibraahiim nan qunname, akkana jedhe: Yaa Muhammad salaamtaa anaraa ummata keetitti geessii, Jannanni biyyee gaarii fi bishaan mi'aawaa akka qabdu isaanitti himi
عربي
الإنجليزية
الأوردية
Namoonni bakka walga’ii isa keessatti Rabbiin hin zakkarin tokko irraa ka'an taanan akka nama reeffa herree ka'ee ta'an malee hin hafan, akkasumas sun isaanitti gaabbii ta'u malee hin hafu
عربي
الإنجليزية
الأوردية
Arrabni kee Zikrii Rabbiitiin jiidhuu hin dhiisin
عربي
الإنجليزية
الأوردية
Yeroo mu'azzina dhageessan waan inni jedhu jedhaa, ergasii salawaata na irratti buusaa
عربي
الإنجليزية
الأوردية
Sun sheyxaana “Khinzab” jedhamu, Yeroo wanti akkasii sitti dhaga’ame, Rabbitti irraa maganfadhuu, gara bitaa kee irratti yeroo sadii tufi
عربي
الإنجليزية
الأوردية
sila waan isin sadaqattan Rabbiin isiniif hin goonee? Tasbiihin jedhamu hundi sadaqaadha, takbiiraan jedhamu hundi sadaqaadha, faaruun jedhamu hundi sadaqaadha, Laa Ilaaha Illallaah jechuun hundi sadaqaadha, toltuutti ajajuun sadaqaadha, badii irraa dhoorguunis sadaqaadha, wal qunnamtiin tokkoon keessan haadha manaa isaati waliin godhus sadaqaadha
عربي
الإنجليزية
الأوردية