Galmee Hadisotaa

“Rabbiin ol tahe akkana jedha: Anaa fi garbicha koo gidduutti salaata walakkaa lamatti qoode.Gabrichi kootif immoo waan inni gaafatetu isaaf jira
عربي Ingiliffaa Orduu
Fakkeenyi mu’umina Qur’aana dubbisu akka turungooti, urgaan isaa namatti tola, mi’aan isaas namatti tola, Fakkeenyi mu’umina Qur’aana hin dubbisnee akka timiraati, urgaa hin qabu, mi'aan isaa ammoo mi'aawaadha
عربي Ingiliffaa Orduu
Abbaa Qur'aanaatiin ni jedhama: qara'i, ol ba'i, akka duuniyaa irratti qara'aa turte sanattis qara'i, qubsumni kee bakka aayaa dhuma irratti isii qaraatuuti
عربي Ingiliffaa Orduu
yaa abal munzir, kitaaba Rabbii keessaa aayaa si bira jirtu kamtu irra guddoo akka taate beektaa?» ni jedhe: akkanan jedhe: {ALLAAHU LAA ILAAHA ILLAA HUWA AL-HAYYU AL-QAYYUUM} [Al-baqaraa: 255], ni jedhe: ergamaanis qoma koo keessa rukutuun akkas jedhani: «Rabbiinan kakadha beekumsi si haa gammachiisu yaa abal munzir
عربي Ingiliffaa Orduu
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- halkan hundaa yeroo gara firaasha isaanitti bahanitti ganaa isaanii lameen walitti qabanii, eegasii isaan keessatti tuttufuun: {Qul huwa allaahu ahad}, {qul a'uuzu birabbi al-falaq} fi {qul a'uuzu birabbinnaas} isaan keessatti qara'an
عربي Ingiliffaa Orduu