Galmee Hadisotaa

“Dammaqaa! cubbuu gurguddaa isiniif himuu?
عربي Ingiliffaa Orduu
“Cubbuuwwan gurguddoon: Rabbitti waan biraa qindeessuu, Haadhaa fi Abbaaf Galata dhabuu, Lubbuu ajjeesuu fi kakuu sobaa kakachuudha”
عربي Ingiliffaa Orduu
Torban balleessituu taate irraa fagaadhaa
عربي Ingiliffaa Orduu
Muslimni lama (wol ajjeesuuf jecha) seyfii isaaniitiin yoo wal qunnaman, kan ajjeeses kan ajjeefames ibidd keessatti ta'an
عربي Ingiliffaa Orduu
Fakkeenyi hiriyyaa gaarii fi hiriyyaa hamaa akka nama miskii baatee fi nama beeloo afuufuudha
عربي Ingiliffaa Orduu
Ummanni kiyya hundinuu nagaa keessa jiraatu warra badii hojjatanii muldhisan malee
عربي Ingiliffaa Orduu
Waa afur namni isa keessatti argame munaafiqa qulqulluu ta'e, isaan keessaa wanti tokko namni isa keessatti argame hanga isa dhiisutti gosti munaafiqummaa tokko isa keessatti ta'e: yeroo dubbatetti ni kijiba,yeroo irbuu seenetti ni gana, yeroo beellametti ni diiga, yeroo falmetti daangaa darba
عربي Ingiliffaa Orduu