tarreewwan damee

Galmee Hadisotaa

Yaa Rabbi siin bariisifanne, siin galgaleefanne, siin jiraanna, siin duuna, garuma kee deebina
عربي Ingiliffaa Orduu
“Gooftaan istigfaaraa
عربي Ingiliffaa Orduu
{Jedhi: Inni Rabbii tokkicha} fi suuraa (Mu'awwazateyn) lamaan, yeroo galgalaa fi ganamaa yeroo sadii, waan hundumaa irraa siif geessi
عربي Ingiliffaa Orduu
Nama akkana jedhe: Maqaa Rabbii kan isa waliin dachii irratti ta’ee samii keessatti wanti nama miidhu hin jirreenin tikfama, inni hedduu dhaga'aadha beekasi, yeroo sadii, hanga ganamatti balaan tasaa isa hin mudatu
عربي Ingiliffaa Orduu