Tarree Hadiisotaa

Namoonni afxira hanga ariifachiisanitti toltuu irratti ta'uu irraa hin deemani
عربي الإنجليزية الأوردية
Nabiyyii woliin suhuura goonee -Rabbiin rahmtaa fi nageenya isaan irratti haa buusu- eegasii salaataaf dhaabbatani, ani nan jedhe: azaana fi suhuura gidduu hangam ture? isaanis hanga Aayaa shantamaati jedhe
عربي الإنجليزية الأوردية
Suhuura nyaadhaa, suhuura keessa barakaatu jiraa
عربي الإنجليزية الأوردية