+ -

عن أنس بن مالك رضي الله عنه أن رسول الله صلى الله عليه وسلم قال:
«مَنْ أَحَبَّ أَنْ يُبْسَطَ لَهُ فِي رِزْقِهِ، وَيُنْسَأَ لَهُ فِي أَثَرِهِ، فَلْيَصِلْ رَحِمَهُ».

[صحيح] - [متفق عليه] - [صحيح البخاري: 5986]
المزيــد ...

Anas ilma Maalik irraa akka odeeffametti -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:
"Namni rizqiin isaa akka ballifamuuf, umuriin isaa akka dheereffamuuf jaallate, firooma isaa haa fufu (maxxanfatuu)".

[sirrii] - [Bukharif muslim irratti waliigalan] - [Sahiiha bukhaarii - 5986]

Ibsaa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ziyaaraan, gargaarsa qaamaa fi qabeenyaatii fi kan birootiin firoowwan fufuutti kakaasani, isiin rizqiin bal'achuu fi umuriin dheerachuuf sababaadha.

Hiikaa: Ingiliffaa Orduu ispeeniffaa Indoneziyaffaa igooriffaa bangaaliffaa Faransaayiffaa turkiffaa hiikaa raashiyaa boosniyaffaa hiikaa sanhaaliffaa afaan Hindii chaayiniffaa faarisiffaa vetenaamiffaa kurdiffaa hoosaa portuugaaliffaa malayalaamiffaa tilgoo sawaahiilii afaan taamilii buurmaaffaa taaylaandiffaa jarmaniffaa jaappaaniffaa bishtuu asaamiiffaa albaaniyaffaa suweydiffaa Amaariffaa holaandiyaa goojaaraatiffaa qargiiziffaa neebaaliffaa yoorbaffaa Hiikaa alleytowaaniya daryaffaa sarbiyaffaa HSomaaliffaa keniyaa ruwaandiya roomaniyaffaa majriffaa cheekiffaa kanadiffaa uzbeekiffaa okraaniffaa
Garsisuu hiikowani

bu.aa hadiisa irraa

  1. Firooma jechuun firottawwan karaa abbaa fi haadhaatiin jiranuudha, hanguma fira irra dhihoo ta'een fufuutti irra caalaa ta'a.
  2. Mindaan fakkaatadhuma hojiiti, namni firummaa isaa gaarii fi toltuun fufe, Rabbiin immoo rizqii isaatii fi umurii isaati isaaf fufa.
  3. Firooma fufuun rizqiin diriirfamuu fi bal'ifamuuf sababaadha, akkasumas dheerachuu umuriitiifis sababaadha, umurii fi rizqiin murtaa'aa yoo ta'ellee garuu barakaan rizqii fi umurii keessatti godhamuun ta'a, umurii isaa keessatti waan namni biraa hojjatu kan caaluu fi irra kan bu'aa qabu hojjata, akkasumas umurii fi rizqiin dabaluun dabaliinsa dhugaatis jedhameera. Rabbuma qofaatu beeka.