+ -

عن جابر بن عبد الله رضي الله عنهما عن النبي صلى الله عليه وسلم قال:
«كُلُّ مَعْرُوفٍ صَدَقَةٌ».

[صحيح] - [رواه البخاري من حديث جابر، ورواه مسلم من حديث حذيفة] - [صحيح البخاري: 6021]
المزيــد ...

Jaabir ilma Abdullaahii irraa odeeffamee -Rabbiin isaan irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkas jedhani:
"Toltuun hunduu sadaqaadha".

[sirrii] - [Bukhaariitu gabaase] - [Sahiiha bukhaarii - 6021]

Ibsaa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- hundi toltuu fi jechaan yookaan gochaan namoota biroo fayyaduun sadaqaa akka ta'e himani, akkasumas mindaan isa keessa akka jiru himan.

Hiikaa: Ingiliffaa Orduu ispeeniffaa Indoneziyaffaa igooriffaa bangaaliffaa Faransaayiffaa turkiffaa hiikaa raashiyaa boosniyaffaa hiikaa sanhaaliffaa afaan Hindii chaayiniffaa faarisiffaa vetenaamiffaa tagaaloogiffaa kurdiffaa hoosaa portuugaaliffaa malayalaamiffaa tilgoo sawaahiilii afaan taamilii buurmaaffaa taaylaandiffaa jarmaniffaa jaappaaniffaa bishtuu asaamiiffaa albaaniyaffaa suweydiffaa Amaariffaa holaandiyaa goojaaraatiffaa qargiiziffaa neebaaliffaa yoorbaffaa Hiikaa alleytowaaniya daryaffaa sarbiyaffaa HSomaaliffaa keniyaa ruwaandiya roomaniyaffaa majriffaa cheekiffaa maalaagaashiyaffaa xaaliyaaniffaa kanadiffaa uzbeekiffaa okraaniffaa
Garsisuu hiikowani

bu.aa hadiisa irraa

  1. Sadaqaan qabeenya irraa waan ilmi namaa baasu qofaaan hin daangeffamtu, hunda toltuu ilmi namaa hojjatuu yookaan dubbatee namoota biroof qaqqabsiisuu walitti qabatti.
  2. Toltuu fi hunda waan isa keessa namoota biroof faayidaan jiruu keessatti tattaaffachuutti kakaasuutu isa keessa jira.
  3. Osoma waan xiqqoo ta'ellee toltuu irraa homaa tuffachuu dhabuudha.