عن جُبَير بن مُطْعِم رضي الله عنه أنه سمع النبي صلى الله عليه وسلم يقول:
«لَا يَدْخُلُ الْجَنَّةَ قَاطِعُ رَحِمٍ».
[صحيح] - [متفق عليه] - [صحيح مسلم: 2556]
المزيــد ...
Jubayr ilma Mux'im irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- inni Nabiyyiidhaa -Rabbiin rahmataafi nageenya isaan irratti haa buusu- akkas jedhuu dhaga'e:
"Firooma kutaan jannata hin seenu".
[sirrii] - [Bukharif muslim irratti waliigalan] - [Sahiiha muslim - 2556]
Nabiyyiin -Rabbiin rahamataafi nageenya isaan irratti haa buusu- namni haqa firoota isaa kan isaaniif dirqama ta'e isaan irraa kute yookaan azaa isaan godhee isaanitti balleesse, inni jannata seenuu dhabuu haqa godhataadha.