Tarree Hadiisotaa

Tokkoon keessan hanga waan lubbuu ofiitiif jaallatu obboleessa isaatiif jaallatutti hin amanne
عربي الإنجليزية الأوردية
Rabbiin waan hunda irratti tola ooluu dirqama godheera
عربي الإنجليزية الأوردية
Jechoota namoonni Nabiyyummaa isa jalqabaa irraa dhaqqaban keessaa tokko: Yoo qaanfachuu baatte wanta barbaadde raawwadhu
عربي الإنجليزية الأوردية
Toltuun: haala gaariidha, badiin immoo: waan qoma kee keessa deddeebi'ee, namoonni isarratti si beekuu jibbiteedha
عربي الإنجليزية الأوردية
(Namni tokko yeroo obboleessa isaa jaallate akka isa jaallatu isatti haa himu)
عربي الإنجليزية الأوردية
Namicha yeroo gurguru, yeroo bituu fi yeroo waan liqeesse deebisiifatu laafaa ta'e Rabbiin rahmata isaaf haa godhu
عربي الإنجليزية الأوردية
Namicha tokko kan namootaaf waa liqeessutu ture, gurbaa isaatiin akkas jedha ture: yeroo rakkataatti dhufte irra isaaf darbi, Rabbiin irra nuuf darbuutu mala
عربي الإنجليزية الأوردية
Rabbiin waan hunda irratti tola ooluu dirqama godheera
عربي الإنجليزية الأوردية
Hin dallanin
عربي الإنجليزية الأوردية
Worri haqaan murteessan (guyyaa qiyaamaa) Rabbiin biratti teessoowwan ifa irraa ta'e irratti, gara mirga Rahmaaniin ta'ani, harki Isaa lameenuu miraga
عربي الإنجليزية الأوردية
Namni gara laafummaa dhoorgatame khayrii hunda dhoorgatameera
عربي الإنجليزية الأوردية
Tooltuu irraa homaa hin tuffatin, fuula ifaa ta'een obboleessa keetiin wol gahuu osoo ta'ellee
عربي الإنجليزية الأوردية
Jabaan kan wallaansoo qabee injifate osoo hin taane, dhugumatti jabaan isa yeroo dallansuutti lubbuu isaa too'atuudha
عربي الإنجليزية الأوردية
nama toltuutti qajeelcheef fakkaataa mindaa nama isa hojjateetu isaaf jira
عربي الإنجليزية الأوردية
Namni Rabbii fi guyyaa Aakhiratti amane toltuu haa dubbatu yookaan immoo haa callisu
عربي الإنجليزية الأوردية
Nama namaaf rahmata hin goone Rabbiin ol ta'e rahmata isaaf hin godhu
عربي الإنجليزية الأوردية
Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- irra hedduu waan jannata nama seensisuu irraa gaafatamanii, akkas jedhani: "Sodaa Rabbiitii fi haala toluudha
عربي الإنجليزية الأوردية
Saalfiin iimaana irraayi
عربي الإنجليزية الأوردية
Adaraa dhugaa qabadhaa, dhugaan gara toltuutti qajeelcha, toltuun immoo gara jannataatti qajeelcha waan ta'eef
عربي الإنجليزية الأوردية
Namni kabajaa obboleessa isaa irraa ittise Rabbiin guyyaa qiyaamaatti fuula isaa irraa ibidda deebisa
عربي الإنجليزية الأوردية
Rabbiin gabricha (isa) sodaataa, of ga'aa, dhokataa ta'e jaallata
عربي الإنجليزية الأوردية
Irra iimaana guutuun mu'umintootaa haala irra tolaa worra qabanu, irra caalaan keessan dubartoota isaaniitiif worra irra caalaa ta'anidha
عربي الإنجليزية الأوردية
Gara laafummaan waan tokko keessatti hin ta'u isa faayu malee, waan tokko irraa hin fuudhamu isa jibbisiisu malee
عربي الإنجليزية الأوردية
Mu'uminni haala toluu isaatin sadarkaa nama soomuu fi halkan dhaabbatuutti qaqqaba
عربي الإنجليزية الأوردية
Irra filatamaan keessan nama haalli isaa irra tolaa ta'eedha
عربي الإنجليزية الأوردية
Laaffisaa hin jabeessinaa, gammachiisaa hin baqachiisinaa
عربي الإنجليزية الأوردية
“Warra rahmata namaa godhan, Rahmaan(Rabbiin) rahmata godhaaf, warra dachii irra jiraniif rahmata godhaa, Inni samii keessa jiru rahmata isiniif godhaa”
عربي الإنجليزية الأوردية
Addunyaa tana keessatti gabrichi gabricha biraa hin sattaru, Rabbiin guyyaa qiyaamaa isa sattaru malee
عربي الإنجليزية الأوردية
Gaariin amala gaarii qabaachuudha, diliin immoo waan qoma kee keessa deddeebi'ee, namoonni irratti si arguu jibbiteedha
عربي الإنجليزية الأوردية
Jechoota namoonni Nabiyyummaa isa jalqabaa irraa dhaqqaban keessaa tokko: Yoo qaanfachuu baatte wanta barbaadde raawwadhu
عربي الإنجليزية الأوردية
Tokkoon keessan hanga waan lubbuu ofiitiif jaallatu obboleessa isaatiif jaallatutti hin amanne
عربي الإنجليزية الأوردية
Guyyaa qiyaamaa keessatti miizaana mu’uminaa keessatti amala gaarii caalaa wanti ulfaatu hin jiru, Rabbiin nama baalagee safuu hin qabne ni jibba
عربي الإنجليزية الأوردية
Muslima jechuun nama arrabaa fi harka isaa irraa Muslimoonni nagaa ta’aniidha, godaanaa jechuun immoo nama wanta Rabbiin dhoorge dhiiseedha
عربي الإنجليزية الأوردية
Mu'uminni kan akkaan arrabaan nama woraanuu miti, akkaan kan nama abaarus miti, gadhees miti, nama afaan badaas miti
عربي الإنجليزية الأوردية
WalIitti hin inaaffisinaa, wal danquu jettanii gatii bittaa kenname irratti gatii biraa hin kenninaa (caalbaasii wolirratti hin seeninaa), wal hin jibbinaa, dugdas walitti hin galinaa (waliin hin oodinaa), gariin keessan gurgurtaa garii keessanii irratti hin gurgurinaa, gabroottan Rabbii obboleewwan ta’aa
عربي الإنجليزية الأوردية