+ -

عن سعد بن أبي وقاص رضي الله عنه قال: سمعت رسول الله صلى الله عليه وسلم يقول:
«إِنَّ اللهَ يُحِبُّ الْعَبْدَ التَّقِيَّ الْغَنِيَّ الْخَفِيَّ».

[صحيح] - [رواه مسلم] - [صحيح مسلم: 2965]
المزيــد ...

Sa'ad ibnu Abii Waqqaas irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ergamaa Rabbiitii -Rabbiin rahmtaa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkas jedhuun dhaga'e jedhe:
«Rabbiin gabricha (isa) sodaataa, of ga'aa, dhokataa ta'e jaallata».

[sirrii] - [Muslimtu gabaase] - [Sahiiha muslim - 2965]

Ibsaa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- Rabbiin garii gabroota isaa akka jaallatu ibsani.
isaan keessaa: sodaataa: ajaja Rabbii kan hojii irra oolchu, waan inni dhoorgu irraa kan fagaatudha.
akkasuma of ga'aa ni jaallata: isa namoota irraa Rabbii guddaan of ga'e, gara isaa malee gara nama biraa kan hin millanne.
akkasuma dhokataa ni jaallata: kan of gadi qabee Rabbii isaa gabbaru, waan isaa fayyaduun kan qabame, isa namni isa baruun yookaan faaruudhaan isa irraa dubbachuun isa hin yaachifne.

Hiikaa: Ingiliffaa Orduu ispeeniffaa Indoneziyaffaa igooriffaa bangaaliffaa Faransaayiffaa turkiffaa hiikaa raashiyaa boosniyaffaa hiikaa sanhaaliffaa afaan Hindii chaayiniffaa faarisiffaa vetenaamiffaa tagaaloogiffaa kurdiffaa hoosaa portuugaaliffaa malayalaamiffaa tilgoo sawaahiilii afaan taamilii buurmaaffaa taaylaandiffaa jarmaniffaa jaappaaniffaa bishtuu asaamiiffaa albaaniyaffaa suweydiffaa Amaariffaa holaandiyaa goojaaraatiffaa qargiiziffaa neebaaliffaa yoorbaffaa Hiikaa alleytowaaniya daryaffaa sarbiyaffaa HSomaaliffaa xaajiikiyyaa keniyaa ruwaandiya roomaniyaffaa majriffaa cheekiffaa الموري maalaagaashiyaffaa foolaaniyyaa xaaliyaaniffaa kanadiffaa الولوف البلغارية azriffaa okraaniffaa الجورجية
Garsisuu hiikowani

bu.aa hadiisa irraa

  1. haala garii kan jaalala Rabbii gabroota isaatiif argamsiiftu ibsuutu keessa jira, isiin sodaa Rabbii, of gadi qabuu fi waan Rabbiin namaaf qoode jaallachuudha.