+ -

عن أبي هريرة رضي الله عنه أن رسول الله صلى الله عليه وسلم قال:
«قَالَ اللهُ: أَنْفِقْ يَا ابْنَ آدَمَ أُنْفِقْ عَلَيْكَ».

[صحيح] - [متفق عليه] - [صحيح البخاري: 5352]
المزيــد ...

Abuu Hurayraa irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:
Rabbiin ni jedhe: "yaa ilma Aadam kenni anis siifan kennaa».

[sirrii] - [Bukharif muslim irratti waliigalan] - [Sahiiha bukhaarii - 5352]

Ibsaa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- Rabbiin ol ta'e akka akkana jedhu himani: yaa ilma Aadam -kennaa dirqamaa fi jaallatamaa irraa- kenni, ani immoo sittan bal'isa waan ati kennites bakkan siif buusa, akkasuma barakaas keessan siif kaa'a.

Hiikaa: Ingiliffaa Orduu ispeeniffaa Indoneziyaffaa igooriffaa bangaaliffaa Faransaayiffaa turkiffaa hiikaa raashiyaa boosniyaffaa hiikaa sanhaaliffaa afaan Hindii chaayiniffaa faarisiffaa vetenaamiffaa tagaaloogiffaa kurdiffaa hoosaa portuugaaliffaa malayalaamiffaa tilgoo sawaahiilii afaan taamilii buurmaaffaa taaylaandiffaa jarmaniffaa jaappaaniffaa bishtuu asaamiiffaa albaaniyaffaa suweydiffaa Amaariffaa holaandiyaa goojaaraatiffaa qargiiziffaa neebaaliffaa yoorbaffaa Hiikaa alleytowaaniya daryaffaa sarbiyaffaa HSomaaliffaa xaajiikiyyaa keniyaa ruwaandiya roomaniyaffaa majriffaa cheekiffaa الموري maalaagaashiyaffaa xaaliyaaniffaa kanadiffaa الولوف البلغارية azriffaa okraaniffaa الجورجية
Garsisuu hiikowani

bu.aa hadiisa irraa

  1. sadaqaa fi karaa Rabbii keessatti kennachuutti kakaasuutu keessa jira.
  2. karaa toltuu keessatti kennachuun barakaan rizqii keessatti akka ta'uu fi rizqiin dachaa akka ta'uu fi Rabbii gabrichaaf waan inni kenne bakka isaaf buusisuudhaaf sababaa isa guddaadha.
  3. Hadiisni kun hadiisota nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- Rabbii isaanii irraa odeessan irraati, hadiisa Al-qudsii yookaan Al-ilaahii jedhamuun waamama, inni isa jechii fi ergaan isaas Rabbiin irraa ta'edha, waan qur'aanni kan biraa irraa ittiin adda ta'e qabaachuu dhabuun adda ta'a malee , akka qara'uun Rabbiin gabbaruu, isaaf xahaaraa godhachuu, isaan morkaachuu, raajii ta'uu fi kannee biroo addummaa qur'aanni qabu hin qabu.