+ -

عن أبي مسعود رضي الله عنه عن النبي صلى الله عليه وسلم قال:
«إِذَا أَنْفَقَ الرَّجُلُ عَلَى أَهْلِهِ يَحْتَسِبُهَا فَهُوَ لَهُ صَدَقَةٌ».

[صحيح] - [متفق عليه] - [صحيح البخاري: 55]
المزيــد ...

Abuu Mas'uud irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmtaa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:
«Namichi haala isa herregatuun maatii isaatiif yoo baase inni isaaf sadaqaadha».

[sirrii] - [Bukharif muslim irratti waliigalan] - [Sahiiha bukhaarii - 55]

Ibsaa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- namichi maatii isaa kan isaaniif baasii baasuun isa irratti dirqama ta'u, kan akka haadha manaa isaa, haadhaaf abbaa isaa, ilmaaan isaa fi kanneen biroo haala Rabbitti ittiin dhihaachuu fi mindaa waan baasu sanaa haala isa irratti herregatuun baasii yoo isaaniif baase, mindaa sadaqaatu isaaf jira.

bu.aa hadiisa irraa

  1. Kenna maatii isaatiif kennuun mindaan akka argamuudha.
  2. Mu'uminni hojii isaa keessatti fuula Rabbiitii fi mindaa isa bira jiru barbaada.
  3. Hojii hunda keesatti niyyaa baredduu of duratti godhachuutu barbaachisa, sana keessaa yeroo maatiif baasii baasanutti.
Hiikaa: Ingiliffaa Orduu ispeeniffaa Indoneziyaffaa igooriffaa bangaaliffaa Faransaayiffaa turkiffaa hiikaa raashiyaa boosniyaffaa hiikaa sanhaaliffaa afaan Hindii chaayiniffaa faarisiffaa vetenaamiffaa tagaaloogiffaa kurdiffaa hoosaa portuugaaliffaa malayalaamiffaa tilgoo sawaahiilii afaan taamilii buurmaaffaa taaylaandiffaa jarmaniffaa jaappaaniffaa bishtuu asaamiiffaa albaaniyaffaa suweydiffaa Amaariffaa holaandiyaa goojaaraatiffaa qargiiziffaa neebaaliffaa yoorbaffaa Hiikaa alleytowaaniya daryaffaa sarbiyaffaa HSomaaliffaa xaajiikiyyaa keniyaa ruwaandiya roomaniyaffaa majriffaa cheekiffaa الموري maalaagaashiyaffaa xaaliyaaniffaa kanadiffaa الولوف البلغارية azriffaa uzbeekiffaa okraaniffaa الجورجية المقدونية الخميرية الماراثية
Garsisuu hiikowani