عن سعد بن عبادة رضي الله عنه أنه قال:
يَا رَسُولَ اللَّهِ، إِنَّ أُمَّ سَعْدٍ مَاتَتْ، فَأَيُّ الصَّدَقَةِ أَفْضَلُ؟، قَالَ: «الْمَاءُ»، قَالَ: فَحَفَرَ بِئْرًا، وَقَالَ: هَذِهِ لِأُمِّ سَعْدٍ.
[حسن بمجموع طرقه] - [رواه أبو داود والنسائي وابن ماجه] - [سنن أبي داود: 1681]
المزيــد ...
Sa'ad ibnu Ubaadaa irraa akka odeeffametti- Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe:
yaa ergamaa Rabbii, ummu Sa'ad ni duute, sadaqaa kamtu irra caalaadha?, isaanis ni jedhani: «Bishaani», ni jedhe (gabaasaan hadiisachaa): (sa'ad) eela qotee, kun kan ummu sa'adi jedhe.
- - [Sunana abbaa daawud - 1681]
Ummu Sa'ad ibnu Ubbaadaan -Rabbi isii irraa haa jaallatu- duutee jennaan ilmi isii sa'ad haadha isaa irraa saddaquuf jedhee irra caaltuu sadaqaa irraa nabiyyii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- gaafate? isaanis- Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- irra caalaan sadaqaa bishaani jedhaniin, innis eela qotuun hadha isaatiif sadaqaa taasise.