+ -

عن أبي هريرة رضي الله عنه قال: قال رسول الله صلى الله عليه وسلم:
«مَنْ يُرِدِ اللهُ بِهِ خَيْرًا يُصِبْ مِنْهُ».

[صحيح] - [رواه البخاري] - [صحيح البخاري: 5645]
المزيــد ...

Abuu hurayraa irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahamataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhan:
"Rabbiin nama toltuu isaaf fedhe, rakkoon isa tuqa".

[sirrii] - [Bukhaariitu gabaase] - [Sahiiha bukhaarii - 5645]

Ibsaa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isa irratti haa buusu- dhugumatti Rabbiin gabroota isaaa mu'umintoota keessaa nama tokkoof toltuu yoo fedhe lubbuu isanii, qabeenya isaaniitii fi maatii isaaniitiin hamtuun tuqee isaan mokkora, gama Rabbii deebi'uun, isa kadhachuun, badiiwwan isaaf haqamuu fi sadarkaan ol fuudhamuun sababaa sanaatiin mu'minaaf waan argamuuf jdcha.

Hiikaa: Ingiliffaa Orduu ispeeniffaa Indoneziyaffaa igooriffaa bangaaliffaa Faransaayiffaa turkiffaa hiikaa raashiyaa boosniyaffaa hiikaa sanhaaliffaa afaan Hindii chaayiniffaa faarisiffaa vetenaamiffaa tagaaloogiffaa kurdiffaa hoosaa portuugaaliffaa malayalaamiffaa tilgoo sawaahiilii afaan taamilii buurmaaffaa taaylaandiffaa jarmaniffaa jaappaaniffaa bishtuu asaamiiffaa albaaniyaffaa suweydiffaa Amaariffaa holaandiyaa goojaaraatiffaa qargiiziffaa neebaaliffaa yoorbaffaa Hiikaa alleytowaaniya daryaffaa sarbiyaffaa HSomaaliffaa xaajiikiyyaa keniyaa ruwaandiya roomaniyaffaa majriffaa cheekiffaa maalaagaashiyaffaa xaaliyaaniffaa kanadiffaa uzbeekiffaa okraaniffaa
Garsisuu hiikowani

bu.aa hadiisa irraa

  1. Mu'uminni gosoowwaan balaa addaa addaatiif saaxilamaadha.
  2. Mokkoramuun Rabbiin gabricha isaa jaallachuuf mallattoo ta'uutu mala, sadarkaa isaa akka ol fuudhuuf, teessuma isaa akka guddisuu fi badiiwwan isaa akka haquuf jecha.
  3. Yeroo balaan nama mudatutti obsuu fi dallanuu dhabuutti kakaasuudha.