1. Fuula Duraa
  2. Maxxansaawwan
  3. aqiidaa

Hadiisa Waan Rabbii fi ebalu fedhe hin jedhinaa, garuu akkana jedhaa: Waan Rabbiin fedhe, eegasii waan ebalu fedhe

عَنْ حُذَيْفَةَ رضي الله عنه أَنَّ رَسُولَ اللهِ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ قَالَ:
«لَا تَقُولُوا: مَا شَاءَ اللهُ وَشَاءَ فُلَانٌ، وَلَكِنْ قُولُوا: مَا شَاءَ اللهُ ثُمَّ شَاءَ فُلَانٌ».

Hudheyfaa irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkana jedhan:
"Waan Rabbii fi ebalu fedhe hin jedhinaa, garuu akkana jedhaa: Waan Rabbiin fedhe, eegasii waan ebalu fedhe".

Karaaleen isaa yoo walittiqabame sahiiha abuu daawudii,odeesse. nsaa'iinis kubraa keessatti odeesse, ahmadis odeesse sunana kunraa nasaa'ii - 10755

Ibsa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- Muslimni tokko haasaa isaa keessatti akkana jechuu irraa dhoorgan: “Waan Rabbii fi ebalu fedhe", Yookaan Waan Rabbii fi ebalu fedhe; Sababni isaas fedhiin Rabbii guutuu namni tokkolleen Isa waliin hin qooddanne waan ta'eef jecha. Qubee “waaw” fayyadamuun namni biraa Rabbiin waliin qooda qabaachuu fi walqixxummaan akka gidduu isaan lameenii jiru agarsiisa. Garuu akkas haa jedhu: waan Rabbiin fedhe, eegasii ebalu fedhe, "Fi" fayyadamuu dhiisee "eegasii" fayyadamuun Fedhiin gabrichaa fedhii Rabbii jala kan deemtu taasisuudha qaba; sababni isaas "eegasii" jechuun wanni booda irra dhufu waan dura dabre irraa xiqqoo turee dhufuu waan fayyadduuf jecha.

bu'aa hadiisichaa irraa

  1. “Waan Rabbii fi ati feete” jechuu fi jechoota irraa waan isa keessa "fi"dhaan waan biraa Rabbitti hidhuun jiru irraa wanni sana fakkaatu dhoorgaa ta'uudha; sababni isaas inni waan shirkii dubbiiwwanii fi jechootaa irraa ta'eef jecha.
  2. Akkana jechuun ni danda'amaadha: "Waan Rabbiin fedhe, Eegasii waan ati feete", akkasumas waan isa keessa waan biraa "eegasii" jechuun Rabbitti hidhuun jiru irraa wanni sana fakkaatu ni danda'amaadha; sababni isaas isa keessa wanni sodaatamu waan hin jerreef jecha.
  3. Fedhii Rabbii fi gabrichaaf mirkaneessuu fi fedhiin gabrichaa fedhii Rabbii ol ta'ee jala deemtuu akka taate ibsuudha.
  4. Osoo jechaanilleen taatee Fedhii Rabbii keessatti uumama qindeessuu irraa dhooguudha.
  5. Namichi yeroo dubbatu Bal'inaa fi guutummina keessatti fedhiin gabrichaa akka fedhii Rabbii ol ta'eeti jedhee kan yaadu yoo ta'e, yookaan gabrichaaf fedhii of danda'eetu jiraa yoo yaade inni shirkii guddaadha, yoo isaa gadi jedhee kan yaadu ta'e immoo inni Shirkii xiqqaadha.

Hiikkaawwan dhiheessuu

58 Afaan
EN English الإنجليزية
UR اردو الأوردية
ES Español الإسبانية
ID Indonesia الإندونيسية
UG ئۇيغۇرچە الأيغورية
BN বাংলা البنغالية
TR Türkçe التركية
RU Русский الروسية
BS Bosanski البوسنية
SI සිංහල السنهالية
HI हिन्दी الهندية
ZH 中文 الصينية
FA فارسی الفارسية
VI Tiếng Việt الفيتنامية
TL Tagalog تجالوج
KU Kurdî الكردية
HA Hausa الهوسا
PT Português البرتغالية
ML മലയാളം المليالم
TE తెలుగు التلغو
SW Kiswahili السواحيلية
TA தமிழ் التاميلية
MY မြန်မာ البورمية
TH ไทย التايلندية
DE Deutsch الألمانية
PS پښتو بشتو
AS অসমীয়া الأسامية
SQ Shqip الألبانية
SV Svenska السويدية
AM አማርኛ الأمهرية
NL Nederlands الهولندية
GU ગુજરાતી الغوجاراتية
KY Кыргызча القيرقيزية
NE नेपाली النيبالية
YO Yorùbá اليوروبا
LT Lietuvių الليتوانية
PRS دری الدرية
SR Српски الصربية
SO Soomaali الصومالية
TG тоҷикӣ الطاجيكية
RW Kinyarwanda الكينياروندا
RO Română الرومانية
HU Magyar المجرية
CS Čeština التشيكية
MOS Moore الموري
MG Malagasy المالاجاشية
KN ಕನ್ನಡ الكانادا
WO Wolof الولوف
AZ Azərbaycan الأذربيجانية
UZ O‘zbek الأوزبكية
UK Українська الأوكرانية
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
BM Bambara البامبارية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية
KMR Kurmancî الكرمنجية