عن عبد الله بن مسعود قال: قال رسول الله صلى الله عليه وسلم:
«هَلَكَ الْمُتَنَطِّعُون» قالها ثلاثًا.
[صحيح] - [رواه مسلم] - [صحيح مسلم: 2670]
المزيــد ...
Abdullaah ilma Mas'uud irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahamataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jeddhan:
''finxaaleyyoonni badan(worra daangaa darban, akka barbaachisuun alatti waa jajjabeessan)" yeroo sadi akkas jedhan.
[sirrii] - [Muslimtu gabaase] - [Sahiiha muslim - 2670]
Nabiyyiin -Rabbiin rahamataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- hoongaa'uu fi kasaaraa worra diinii fi duniyaa, jechootaa fi hojiiwwan isaanii keessatti akka ta'uu maluun alatti waa jajjabeessuun, kan daangaa shari'aa Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ittiin dhufan darbanii himan.