+ -

عن عقبة بن عامر رضي الله عنه قال: قال رسول الله صلى الله عليه وسلم:
«أَحَقُّ الشُّرُوطِ أَنْ تُوفُوا بِهِ مَا اسْتَحْلَلْتُمْ بِهِ الْفُرُوجَ».

[صحيح] - [متفق عليه] - [صحيح البخاري: 2721]
المزيــد ...

Uqbaa ibnu Aamir irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:
«Ulaagaa hunda irra kan isin guutuu qabdan, ulaagaa ittiin qaama saalaa dubartii halaala taasifattani».

[sirrii] - [Bukharif muslim irratti waliigalan] - [Sahiiha bukhaarii - 2721]

Ibsaa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ulaagaa hunda irra kan isa guutuun barbaachisu, inni isa dubartiitti qanani'uun haalaala ta'uu keessatti sababaa ta'eedha, inni ulaagaa eeyyamamaa ta'e kan haati manaa yeroo nikaan hidhamu gaafattuudha.

Hiikaa: Ingiliffaa Orduu ispeeniffaa Indoneziyaffaa igooriffaa bangaaliffaa Faransaayiffaa turkiffaa hiikaa raashiyaa boosniyaffaa hiikaa sanhaaliffaa afaan Hindii chaayiniffaa faarisiffaa vetenaamiffaa tagaaloogiffaa kurdiffaa hoosaa portuugaaliffaa malayalaamiffaa tilgoo sawaahiilii afaan taamilii buurmaaffaa taaylaandiffaa jarmaniffaa jaappaaniffaa bishtuu asaamiiffaa albaaniyaffaa suweydiffaa Amaariffaa holaandiyaa goojaaraatiffaa qargiiziffaa neebaaliffaa yoorbaffaa Hiikaa alleytowaaniya daryaffaa sarbiyaffaa HSomaaliffaa xaajiikiyyaa keniyaa ruwaandiya roomaniyaffaa majriffaa cheekiffaa الموري maalaagaashiyaffaa xaaliyaaniffaa kanadiffaa الولوف البلغارية azriffaa okraaniffaa الجورجية
Garsisuu hiikowani

bu.aa hadiisa irraa

  1. Ulaagaa abbaan manaa fi haati manaa irratti wolii isaaniitiif walii galan guutuun dirqama ta'uu isaa, yoo ulaagaa halaala harramse yookaan haraama hallalche ta'e malee.
  2. Ulagaa nikaa guutuun kan biraa irra dirqamummaan isaa jabaadha; qaama saalaa dubartii halaalfachuuf kan seename waan ta'eef jecha.
  3. Bakki bultiin qabu islaamummaa keessatti jabaa ta'uu isaa, ulaagaan isaa akka guutamuuf waan gadi jabeesseef jecha.