عن أبي موسى رضي الله عنه أن النبي صلى الله عليه وسلم قال:
«لا نِكَاحَ إِلّا بِوَليٍّ».
[صحيح] - [رواه أبو داود والترمذي وابن ماجه وأحمد] - [سنن أبي داود: 2085]
المزيــد ...
Abuu Muusaa irraa odeeffamee -Rabbiin irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- akkana jedhan:
"Gaa’elli/nikaahni waliyyiin/eegduun malee hin hidhamu".
[sirrii] - [abuu daawud, tirmizii, ibnumaajah fii ahmad odeessan] - [Sunana abbaa daawud - 2085]
Rasuulli -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- gaa’elli dubartii takkaa waliyyiin/eegduun malee sirrii akka hin taane ibsan.