عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ رضي الله عنه أَنَّ رَسُولَ اللهِ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ قَالَ:
«لَا تَصْحَبُ الْمَلَائِكَةُ رُفْقَةً فِيهَا كَلْبٌ وَلَا جَرَسٌ».
[صحيح] - [رواه مسلم] - [صحيح مسلم: 2113]
المزيــد ...
Abuu Hureyraa irraa odeeffame, Rabbiin isa irraa haa jaalatu, Ergamaan Rabbii nagaa fi rahmanni irra haa jiraatuu, akkana jedhan:
"Malaa'ikonni imala sareen fi bilbilli keessa jiru waliin hin deeman".
[sirrii] - [Muslimtu gabaase] - [Sahiiha muslim - 2113]
Nabiyyiin nagaa fi rahmanni irra haa jiraatuu, malaa'ikonni imaltoota imala keessatti isaanin waliin sareen jiru, ykn bilbilli beyladaa irratti fannifamee yeroo isheen sochoote sagalee argamsiisu jiru waliin akka hin imalle himani.