عَنْ جَرِيرِ بْنِ عَبْدِ اللهِ رَضيَ اللهُ عنه قَالَ:
سَأَلْتُ رَسُولَ اللهِ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ عَنْ نَظَرِ الْفُجَاءَةِ فَأَمَرَنِي أَنْ أَصْرِفَ بَصَرِي.
[صحيح] - [رواه مسلم] - [صحيح مسلم: 2159]
المزيــد ...
Jaabir ibnu Abdullaah irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe:
ilaalcha tasaa irraa ergamaa Rabbii gaafannaan -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ija koo akkan naannessu na ajajani.
[sirrii] - [Muslimtu gabaase] - [Sahiiha muslim - 2159]
Jaabir ibnu Abdullaah -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ilaacha akka tasaa osoo hin yaadin dhiirri dubartii ajnabii ilaalu irraa nabiyyii gaafate -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- isaanis -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkuma beekeen ija isaatiin gara biraa ilaaluun dirqama akka isa irratti ta'e isa ajajani, badiin immoo isa irra hin jiru.