+ -

عَنِ ابْنِ عَبَّاسٍ رضي الله عنهما قَالَ: قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ:
«إِنَّ اللَّهَ يُحِبُّ أَنْ تُؤْتَى رُخَصُهُ، كَمَا يُحِبُّ أَنْ تُؤْتَى عَزَائِمُهُ».

[صحيح] - [رواه ابن حبان] - [صحيح ابن حبان: 354]
المزيــد ...

Abdullaah ilma Abbaas irraa akka odeeffametti Rabbiin isaan irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:
"Rabbiin akkuma dirqamni isaa hojjatamuu jaallatutti wanti inni laaffisees hojjatamuu jaallata".

[sirrii] - [ibnu hibbaan odeesse] - [sahiiha ibnuhibbaan - 354]

Ibsaa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- Rabbiin salphifamuu murtoowwanii fi ibaadowwan keessa jiru irraa laafinsi isiin Inni karaa godhe hojjatamuu akka jaallatu himani, nama dirqamni isa irra kaa'ame irratti isii keessatti sababaadhaan laaffisuu -akka imala irratti salaata gabaabsuu fi wolitti qabuufaa-, Akkuma wantoota dirqama ta'an irraa dirqamni Isaa hojjatamuu jaallatutti; waan ajajni Rabbii dirqamaa fi laafiinsa keessattis tokko ta'eef jecha.

Hiikaa: Ingiliffaa Orduu ispeeniffaa Indoneziyaffaa igooriffaa bangaaliffaa Faransaayiffaa turkiffaa boosniyaffaa hiikaa sanhaaliffaa afaan Hindii vetenaamiffaa tagaaloogiffaa kurdiffaa hoosaa malayalaamiffaa tilgoo sawaahiilii buurmaaffaa taaylaandiffaa bishtuu asaamiiffaa albaaniyaffaa suweydiffaa Amaariffaa holaandiyaa goojaaraatiffaa qargiiziffaa neebaaliffaa yoorbaffaa Hiikaa alleytowaaniya daryaffaa sarbiyaffaa HSomaaliffaa xaajiikiyyaa keniyaa ruwaandiya roomaniyaffaa cheekiffaa maalaagaashiyaffaa xaaliyaaniffaa kanadiffaa azriffaa uzbeekiffaa okraaniffaa
Garsisuu hiikowani

bu.aa hadiisa irraa

  1. Rahmata Rabbiin ol ta'e gabroottan isaatiif oolee fi Inni dhugumatti laafinsa irraa waan karaa godhe hojjachuu akka jaallatuudha.
  2. Guutummaa shari'aa kanaa fi muslima irraa rakkina kaasuudha.