+ -

عن أبي هريرة رضي الله عنه عن النبي صلى الله عليه وسلم قال:
«لَيْسَ شَيْءٌ أَكْرَمَ عَلَى اللهِ تَعَالَى مِنَ الدُّعَاءِ».

[حسن] - [رواه الترمذي وابن ماجه وأحمد] - [سنن الترمذي: 3370]
المزيــد ...

Abuu Hurayraa irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu-ni jedhani:
"Du'aa'ii caalaa wanti Rabbii ol ta'e biratti irra kabajamu hin jiru".

[hasani] - [ibnumaajah odeesse - tirmizii odeesse - ahmad odeesse] - [sunana tarmizii - 3370]

Ibsaa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- dhugumatti ibaadaa keessaa Rabbiin biratti wanti du'aa'ii caaluu akka hin jirre ifa galchani; waan isa keessa durummaa Rabbbii ol ta'ee fi dadhabbii gabrichaa mirkaneessuun jiruuf jecha.

Hiikaa: Ingiliffaa Orduu ispeeniffaa Indoneziyaffaa igooriffaa bangaaliffaa Faransaayiffaa turkiffaa hiikaa raashiyaa boosniyaffaa hiikaa sanhaaliffaa afaan Hindii chaayiniffaa faarisiffaa vetenaamiffaa tagaaloogiffaa kurdiffaa hoosaa portuugaaliffaa malayalaamiffaa tilgoo sawaahiilii afaan taamilii buurmaaffaa taaylaandiffaa jarmaniffaa jaappaaniffaa bishtuu asaamiiffaa albaaniyaffaa suweydiffaa Amaariffaa holaandiyaa goojaaraatiffaa qargiiziffaa neebaaliffaa yoorbaffaa Hiikaa alleytowaaniya daryaffaa sarbiyaffaa HSomaaliffaa keniyaa ruwaandiya roomaniyaffaa majriffaa cheekiffaa kanadiffaa uzbeekiffaa okraaniffaa
Garsisuu hiikowani

bu.aa hadiisa irraa

  1. Sadarkaa du'aa'iin qabuudha, dhugumatti namni Rabbiin kadhate Isa guddiseera, akkasumas akka Inni dureessa ta'e Isaaf mirkaneessaa jira, rakkataan hin kadhatamu, Inni dhagahaadha duudaan hin kadhatamu, Inni arjaadha donni hin kadhatamu, Inni mararfataadha gara jabeessi hin kadhatamu, Inni danda'aadha dadhabaan hin kadhatamu, Inni dhihoodha fagaataan hin dhagahu, wanni biroos kan sifaata guddinaa fi bareedinaa Rabbii ol ta'ee irraa ta'e akkasuma.