naamusa qaraatii qur'aanaa

1Tarree Hadiisotaa

Tarree Hadiisotaa 1

namni dhageessisee qur'aana qara'u akkuma nama sadaqaa mul'isee keennuuti, akkasumas namni sagalee gadi qabee qur'aana qara'u akkuma nama sadaqaa gadi qabee kennuuti