+ -

عن بريدة رضي الله عنه قال: قال رسول الله صلى الله عليه وسلم:
«إِنَّ الْعَهْدَ الَّذِي بَيْنَنَا وَبَيْنَهُمُ الصَّلَاةُ، فَمَنْ تَرَكَهَا فَقَدْ كَفَرَ».

[صحيح] - [رواه الترمذي والنسائي وابن ماجه وأحمد] - [سنن النسائي: 463]
المزيــد ...

Bureydaa irraa odeeffame -Rabbiin irraa haa jaallatu- akkana jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- akkana jedhan:
“Kakuun jidduu nuu fi isaanii jiru salaata, namni isa dhiise dhugumatti kafare”.

[sirrii] - [tirmizii odeesse - ibnumaajah odeesse - ahmad odeesse] - [sunana nasaa'ii - 463]

Ibsaa

Nabiyyiin -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- kakuun jidduu muslimootaa fi jidduu namoota biroo kaafiroota fi munaafiqoota irraa salaata akka ta'ee fi namni isa dhiise akka dhiise dhugumatti akka kafaru ibsaniiru.

Hiikaa: Ingiliffaa Orduu Indoneziyaffaa igooriffaa bangaaliffaa turkiffaa boosniyaffaa hiikaa sanhaaliffaa afaan Hindii vetenaamiffaa kurdiffaa hoosaa malayalaamiffaa tilgoo sawaahiilii buurmaaffaa taaylaandiffaa bishtuu asaamiiffaa albaaniyaffaa suweydiffaa Amaariffaa holaandiyaa goojaaraatiffaa qargiiziffaa neebaaliffaa yoorbaffaa Hiikaa alleytowaaniya daryaffaa sarbiyaffaa HSomaaliffaa keniyaa ruwaandiya roomaniyaffaa cheekiffaa xaaliyaaniffaa kanadiffaa okraaniffaa
Garsisuu hiikowani

bu.aa hadiisa irraa

  1. Dhimmi salaataa guddaa ta'uu fi salaanni garaagarummaa jidduu mu'uminaa fi jidduu kaafiratti jiru akka ta'eedha.
  2. Murtiin Islaamaa keessoo nama tokkoo osoo hin taane haala alaatiin akka mirkanaa’uudha.