+ -

عن حُذَيْفَةَ رضي الله عنه:
أَنَّ النَّبِيَّ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ كَانَ يَقُولُ بَيْنَ السَّجْدَتَيْنِ: «رَبِّ اغْفِرْ لِي، رَبِّ اغْفِرْ لِي».

[صحيح] - [رواه أبو داود والنسائي وابن ماجه وأحمد] - [سنن ابن ماجه: 897]
المزيــد ...

Huzeyfaa irraa odeeffame Rabbiin irraa haa jaallatu:
Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- sujuuda lamaan jidduutti akkana jechaa turan: "Yaa Rabbii kiyya, naaf araarami yaa Rabbii kiyya, naaf araarami".

[sirrii] - [abuu daawud odeesse - ibnumaajah odeesse - ahmad odeesse] - [sunana ibnu maajah - 897]

Ibsaa

Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- yeroo sujuuda lamaan jidduu taa’an akkana jechaa turan: Yaa Rabbii kiyya naaf araarami, yaa Rabbii kiyya, naaf araarami, irra deebi’anii jedhani.
Hiikni "Yaa Rabbii kiyya naaf araaramii: gabrichi cubbuu isaa haqee badii akka isaaf haguuguuf Rabbii isaa gaafachuudha.

Hiikaa: Ingiliffaa Orduu Indoneziyaffaa igooriffaa bangaaliffaa turkiffaa boosniyaffaa hiikaa sanhaaliffaa afaan Hindii vetenaamiffaa kurdiffaa hoosaa malayalaamiffaa tilgoo sawaahiilii buurmaaffaa taaylaandiffaa bishtuu asaamiiffaa albaaniyaffaa suweydiffaa Amaariffaa holaandiyaa goojaaraatiffaa qargiiziffaa neebaaliffaa yoorbaffaa Hiikaa alleytowaaniya daryaffaa sarbiyaffaa HSomaaliffaa keniyaa ruwaandiya roomaniyaffaa cheekiffaa xaaliyaaniffaa kanadiffaa okraaniffaa
Garsisuu hiikowani

bu.aa hadiisa irraa

  1. Salaata dirqamaa fi salaata sunnaa keessatti sujuuda lamaan jidduutti du'aa'ii kana jechuun karaa ta'uudha.
  2. Jecha: "Yaa Rabbi naaf araarami" jedhu irra deddeebi’anii jechuun jaalatamaa ta'uudha, dirqamni yeroo tokko qofa jechuudha.