+ -

عَنْ عُمَرَ رضي الله عنه قَالَ: قَالَ النَّبِيُّ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ:
«مَنْ لَبِسَ الحَرِيرَ فِي الدُّنْيَا لَمْ يَلْبَسْهُ فِي الآخِرَةِ».

[صحيح] - [متفق عليه] - [صحيح البخاري: 5834]
المزيــد ...

Umar irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: nabiyyiin -Rabiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:
«Namni duuniyaatti hariira offate aakhiraatti isa hin offatu».

[sirrii] - [Bukharif muslim irratti waliigalan] - [Sahiiha bukhaarii - 5834]

Ibsaa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- dhiirotii irraa namni duuniyaa keessatti hariira offate, yoo irraa hin toobatin adaba isaatiif jecha aakhiraatti akka isa hin offanne ibsan.

Hiikaa: Ingiliffaa Orduu ispeeniffaa Indoneziyaffaa igooriffaa bangaaliffaa Faransaayiffaa turkiffaa hiikaa raashiyaa boosniyaffaa hiikaa sanhaaliffaa afaan Hindii chaayiniffaa faarisiffaa vetenaamiffaa tagaaloogiffaa kurdiffaa hoosaa portuugaaliffaa malayalaamiffaa sawaahiilii taaylaandiffaa bishtuu asaamiiffaa suweydiffaa Amaariffaa holaandiyaa goojaaraatiffaa neebaaliffaa daryaffaa
Garsisuu hiikowani

bu.aa hadiisa irraa

  1. Hariira jechuun wonti itti fedhame, hariira uumamaa qulqulluu ta'edha, hariirri worshaan hojjatame hadiisicha keessa hin seenu.
  2. Dhiira irratti hariira offachuun haraama ta'uu isaa.
  3. Hariira offachuu irraa dhoorguun offachuu fi afachuus ni qabata.
  4. Dhiirotaaf garii hariiraa huccuu irratti quba lamaa hanga quba afurii kan hin darbine kan faaya yookaan huccuudhaaf xarafa ta'u ni eeyyamamaaf.