عَنْ أُمِّ حَبِيبَةَ رضي الله عنها زَوْجِ النَّبِيِّ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ قَالت: سَمِعْتُ رَسُولَ اللهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ يَقُولُ:
«مَنْ حَافَظَ عَلَى أَرْبَعِ رَكَعَاتٍ قَبْلَ الظُّهْرِ وَأَرْبَعٍ بَعْدَهَا حَرَّمَهُ اللَّهُ عَلَى النَّارِ».
[صحيح] - [رواه أبو داود والترمذي والنسائي وابن ماجه وأحمد] - [سنن الترمذي: 428]
المزيــد ...
Ummu Habiibaa haadha manaa Rasuulaa -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- irraa akka odeeffametti- akkana jette: Ergamaa Rabbiitii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhuun dhagahe:
«Namni salaata zuhrii duraa fi boodatti rak’aa afur salaatuu irratti tikfate Rabbiin ibidda irratti isa haraama taasiseera».
[sirrii] - [رواه أبو داود والترمذي والنسائي وابن ماجه وأحمد] - [sunana tarmizii - 428]
Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- nama salaata zuhrii duraa fi boodatti rak’aa afur itti fufiinsaan irratti tikfatee yeroo hunda salaate, Rabbiin ibidda irratti isa haraama taasise jechuun isa gammachiisan.