1. Fuula Duraa
  2. Maxxansaawwan
  3. fiqhiifii beekkomsa hundee isaa

Hadiisa Nabiyyii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- waliin ture, isaanis gara eddoo balfi itti gatamu tokkoo dhufanii, dhaabbatanii fincaa'an,

عَنْ حُذَيْفَةَ رضي الله عنه قَالَ:
كُنْتُ مَعَ النَّبِيِّ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ فَانْتَهَى إِلَى سُبَاطَةِ قَوْمٍ، فَبَالَ قَائِمًا، فَتَنَحَّيْتُ فَقَالَ: «ادْنُهْ» فَدَنَوْتُ حَتَّى قُمْتُ عِنْدَ عَقِبَيْهِ فَتَوَضَّأَ فَمَسَحَ عَلَى خُفَّيْهِ.

Huzeyfaa irraa odeeffamee Rabbiin irraa haa jaallatu akkas jedhe:
Nabiyyii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- waliin ture, isaanis gara eddoo balfi itti gatamu tokkoo dhufanii, dhaabbatanii fincaa'an, ani irraa fagaadhee jennaan akkana naan jedhan: «As dhihaadhu» anis hanga duuba miila isaanii lamaan dhaabbadhutti itti dhihaadhe, achiis wuduu’a godhatanii kophee khuffii isaanii lamaan irra haxaa’an.

sirrii Bukharif muslim irratti waliigalan Sahiiha muslim - 273

Ibsa

Huzeyfaan bin Al-Yamaan, Rabbiin isaan lachuu irraa haa jaallatu, Nabiyyii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- wajjiin akka ture odeessa, Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- fincaa'uu barbaadanii, gara eddoo balfaa tokkootti adeeman; innis eddoo balfi mana keessaa qulqullaa'u itti gatamuudha, achhis dhaabbatanii finaa'an, amalli isaanii irra caalaan taa'anii fincaa'uu ture.
Huzeyfaan irraa fagaatee jennaan, isaanis -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhaniin: Dhihaadhu, Huzeyfaan hanga duuba miila isaanii dhaabbatutti itti dhihaate; sababni isaas haala sana keessatti ija namaa irraa akka girdoo akka isaanif ta'uuf jecha.
Eegasii nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu wuduu’a raawwatan, yeroo miila isaanii lamaan dhiqachuu bira gahan, kophee khuffii isaanii lamaan irra haxaa'un geeffatanii -khuffii jechuun gogaa haphii fi waan isa fakkaatu kan miilatti uffatamu yoo ta'u, koomee miilaa lamaan kan hagooguudh- isaan lamaan hin baafanne.

bu'aa hadiisichaa irraa

  1. Khuffii lamaan irra haxaa'uun karaa ta'uudha.
  2. Ulaagaa wanni tokko isa irraa isa hin tuqneen dhaabbatanii fincaa'uun akka hayyamamuudha.
  3. Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irratti haa jiraatu- eddoo balfi itti gatamu fincaanif filachuudha; sababni isaas eddoon kun yeroo baay’ee salphaa fincaan isa keessatti nama fincaa'aa jiru irratti hin deebine waan ta'eef jecha.

Hiikkaawwan dhiheessuu

58 Afaan
EN English الإنجليزية
UR اردو الأوردية
ES Español الإسبانية
ID Indonesia الإندونيسية
UG ئۇيغۇرچە الأيغورية
BN বাংলা البنغالية
FR Français الفرنسية
TR Türkçe التركية
RU Русский الروسية
BS Bosanski البوسنية
SI සිංහල السنهالية
HI हिन्दी الهندية
ZH 中文 الصينية
FA فارسی الفارسية
VI Tiếng Việt الفيتنامية
TL Tagalog تجالوج
KU Kurdî الكردية
HA Hausa الهوسا
PT Português البرتغالية
ML മലയാളം المليالم
TE తెలుగు التلغو
SW Kiswahili السواحيلية
TA தமிழ் التاميلية
MY မြန်မာ البورمية
TH ไทย التايلندية
DE Deutsch الألمانية
PS پښتو بشتو
AS অসমীয়া الأسامية
SQ Shqip الألبانية
SV Svenska السويدية
AM አማርኛ الأمهرية
NL Nederlands الهولندية
GU ગુજરાતી الغوجاراتية
KY Кыргызча القيرقيزية
NE नेपाली النيبالية
YO Yorùbá اليوروبا
LT Lietuvių الليتوانية
PRS دری الدرية
SR Српски الصربية
SO Soomaali الصومالية
TG тоҷикӣ الطاجيكية
RW Kinyarwanda الكينياروندا
RO Română الرومانية
HU Magyar المجرية
CS Čeština التشيكية
MOS Moore الموري
MG Malagasy المالاجاشية
KN ಕನ್ನಡ الكانادا
WO Wolof الولوف
AZ Azərbaycan الأذربيجانية
UZ O‘zbek الأوزبكية
UK Українська الأوكرانية
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية
KMR Kurmancî الكرمنجية