عَنْ سَمُرَةَ بْنِ جُنْدَبٍ وَالْمُغِيرَةِ بْنِ شُعْبَةَ رضي الله عنهما قَالَا: قَالَ رَسُولُ اللهِ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ:
«مَنْ حَدَّثَ عَنِّي بِحَدِيثٍ يُرَى أَنَّهُ كَذِبٌ، فَهُوَ أَحَدُ الْكَاذِبِينَ».
[صحيح] - [رواه مسلم في مقدمته]
المزيــد ...
Samuraa ibnu jundubii fi mughiiraa ibnu shu'ubaa irraa akka odeeffametti -Rabbi isaan irraa haa jaallatu- ni jedhani: ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:
«Osoo soba ta'uu isaa beekuu namni hadiisa tokko narraa odeesse, inni sobdoota irraa isa tokkodha».
[sirrii] - - [Sahiiha muslim]
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- namni osoo beekuu yookaan shakkuu yookaan shakkii isaa irra guddaan isaan irratti akka sobame osoo beekuu nabiyyii irraa -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- hadiisa dabrse; namni isa odeesse soba kana isa eegalee woliin akka qooddatu himaniiru.