1. Fuula Duraa
  2. Maxxansaawwan
  3. fiqhiifii beekkomsa hundee isaa

Hadiisa Nabiyyii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- biratti namichi wahii kan halkan isaa guutuu hanga ganamatti rafe dubbatamee jennaan, akkana jedhan: «Suni nama gurra lamaan isaa keessatti sheyxaanni fincaa'e, ykn akkas jedhan: gurra isaa keessatti

عَنْ عَبْدِ اللَّهِ بنِ مسعُودٍ رَضِيَ اللَّهُ عَنْهُ قَالَ:
ذُكِرَ عِنْدَ النَّبِيِّ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ رَجُلٌ نَامَ لَيْلَهُ حَتَّى أَصْبَحَ، قَالَ: «ذَاكَ رَجُلٌ بَالَ الشَّيْطَانُ فِي أُذُنَيْهِ، أَوْ قَالَ: فِي أُذُنِهِ».

Abdullaah bin Mas'uud irraa akka odeeffametti -Rabbiin irraa haa jaallatu- akkana jedhe:
Nabiyyii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- biratti namichi wahii kan halkan isaa guutuu hanga ganamatti rafe dubbatamee jennaan, akkana jedhan: «Suni nama gurra lamaan isaa keessatti sheyxaanni fincaa'e, ykn akkas jedhan: gurra isaa keessatti».

sirrii Bukharif muslim irratti waliigalan Sahiiha bukhaarii - 3270

Ibsa

Nabiyyii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- biratti namichi wahii kan hanga ganama aduun baatutti rafee salaata diqaramaa raawwachuuf hin ka'in dubbatamee jennaan, isaanis -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkas jedhan: "Inni nama sheyxaanni gurra isaa keessatti fincaa'eedha".

bu'aa hadiisichaa irraa

  1. Salaata halkanii ka'anii salaatuu dhabuun jibbamaa ta'uudha, sunis kan t'a'u sababaa sheyxaanatiin akka ta'eedha.
  2. Rabbii ol ta'eef akka hin ajajamne taasisuuf sheyxaana ilma namaatif daandii hunda irra taa'u irraa of eeggannoo gochuun akka barbaachisaa ta'eedha.
  3. Ibn Hajar akkan jedhe: jechi isaa: (Gama salaataa hin kaane) jedhu itti fedhamaan salaata gosa kamiyyuu ta’uu danda’a, akkasumas salaata beekamaa ta’uu danda’a, salaata halkaniis ta’ee ykn salaata dirqamaa.
  4. Xiibiin akkana jedhe: osoo ijji hirribaan wal qabattee jirtuu gurra addatti wanti dubbateef hirribni ulfaataa ta'uu akeekuufi, Gurri qaama xiyyeeffannaan ittiin godhamuudha. Addatti fincaan wanti kaasef; waan inni gara keessotti ga'uuf irra laafaa ta'ee fi ujummoolee dhiigaa keessa dafee yaa'uf jecha, sababaa kanaatin qaamota hunda keessatti ceem'aa nama dhaalchisa.

Hiikkaawwan dhiheessuu

51 Afaan
EN English الإنجليزية
UR اردو الأوردية
ES Español الإسبانية
ID Indonesia الإندونيسية
UG ئۇيغۇرچە الأيغورية
BN বাংলা البنغالية
TR Türkçe التركية
RU Русский الروسية
BS Bosanski البوسنية
SI සිංහල السنهالية
HI हिन्दी الهندية
ZH 中文 الصينية
FA فارسی الفارسية
VI Tiếng Việt الفيتنامية
TL Tagalog تجالوج
KU Kurdî الكردية
HA Hausa الهوسا
PT Português البرتغالية
ML മലയാളം المليالم
TE తెలుగు التلغو
SW Kiswahili السواحيلية
TA தமிழ் التاميلية
MY မြန်မာ البورمية
TH ไทย التايلندية
DE Deutsch الألمانية
PS پښتو بشتو
AS অসমীয়া الأسامية
SQ Shqip الألبانية
SV Svenska السويدية
AM አማርኛ الأمهرية
NL Nederlands الهولندية
GU ગુજરાતી الغوجاراتية
NE नेपाली النيبالية
YO Yorùbá اليوروبا
LT Lietuvių الليتوانية
PRS دری الدرية
SR Српски الصربية
TG тоҷикӣ الطاجيكية
RW Kinyarwanda الكينياروندا
RO Română الرومانية
HU Magyar المجرية
MOS Moore الموري
MG Malagasy المالاجاشية
KN ಕನ್ನಡ الكانادا
WO Wolof الولوف
UK Українська الأوكرانية
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية