1. Fuula Duraa
  2. Maxxansaawwan
  3. aqiidaa

Hadiisa Hasan fi Huseen hoggantoota dargaggoota warra jannataati

عن أبي سعيد الخدري رضي الله عنه قال: قال رسول الله صلى الله عليه وسلم:
«الحَسَن والحُسَيْن سَيِّدا شَباب أهْل الجنة».

Abuu Sa’iid Al-Khudrii irraa akka odeeffametti -Rabbiin irraa haa jaallatu- akkana jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jaalatu- akkana jedhan.
«Hasan fi Huseen hoggantoota dargaggoota warra jannataati».

sirrii tirmiziifii ahmad odeessan sunana tarmizii - 3768

Ibsa

Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- ilmi lamaan intala isaanii Hasanii fi Huseen ilmaan Aliyyii bin Abii Xaalib fi Faaximaa intala Rasuulaa -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- Nama dargaggeessa ta’ee du’ee rahmata Rabbiitin Jannata seene hundaaf sadarkaa keessatti sayyidoota akka ta'an, ykn immoo nabiyyootaa fi Khaliifota afaran irraa hanbisuun sayyidoota dargaggoo warra jannataa akka ta'an himan.

bu'aa hadiisichaa irraa

  1. Hadiisicha keessa sadarkaa Hasan fi Huseen -Rabbiin isaan irraa haa jaallatu- ibsuutu jira.
  2. Hiika hadiisaa keessatti akkanas jedhame: Isaan lamaan yeroo hadiisni kun odeeffametti dargaggoo zabana sanaa keessaa namoota warra jannataa ta'aniif hoggantoota. Yookiin akkuma Nabiyyootaa fi Khaliifota kan caalan hin jirretti dargaggoota hunda irra caalumsa qaban, Yookiin immoo warra amala dargaggummaa kan akka kabajaa, gaarummaa fi gootummaa qabaniif isaan lamaan sayyidoota, sanaan barri dargaggummaa hin dhufne; sababni isaas Hasanii fi Huseen ga’eessota ta’anii waan du’aniif jecha.

Hiikkaawwan dhiheessuu

48 Afaan
EN English الإنجليزية
UR اردو الأوردية
ES Español الإسبانية
ID Indonesia الإندونيسية
BN বাংলা البنغالية
TR Türkçe التركية
RU Русский الروسية
BS Bosanski البوسنية
SI සිංහල السنهالية
HI हिन्दी الهندية
ZH 中文 الصينية
FA فارسی الفارسية
VI Tiếng Việt الفيتنامية
TL Tagalog تجالوج
KU Kurdî الكردية
HA Hausa الهوسا
PT Português البرتغالية
ML മലയാളം المليالم
TE తెలుగు التلغو
SW Kiswahili السواحيلية
TA தமிழ் التاميلية
MY မြန်မာ البورمية
TH ไทย التايلندية
DE Deutsch الألمانية
PS پښتو بشتو
AS অসমীয়া الأسامية
SQ Shqip الألبانية
SV Svenska السويدية
AM አማርኛ الأمهرية
NL Nederlands الهولندية
GU ગુજરાતી الغوجاراتية
NE नेपाली النيبالية
PRS دری الدرية
SR Српски الصربية
TG тоҷикӣ الطاجيكية
RW Kinyarwanda الكينياروندا
RO Română الرومانية
HU Magyar المجرية
MOS Moore الموري
MG Malagasy المالاجاشية
KN ಕನ್ನಡ الكانادا
WO Wolof الولوف
UK Українська الأوكرانية
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية