عَنْ عَائِشَةَ أُمِّ المؤْمنينَ رَضيَ اللهُ عنها:
أَنَّ النَّبِيَّ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ كَانَ إِذَا خَرَجَ مِنَ الغَائِطِ قَالَ: «غُفْرَانَكَ».
[صحيح] - [رواه أبو داود والترمذي وابن ماجه وأحمد] - [سنن أبي داود: 30]
المزيــد ...
Aa'ishaa haadha mu'umintootaa irraa akka odeeffametti -Rabbi isii irraa haa jaallatu-
Nabiyyiin -Rabbiin rahmtaa fi nageenya isaan irratti haa buusu- yeroo mana fincaaniitii ba'anutti akkana jedhu ture: «Ghufraanaka» jechuunis: ararama keen barbaada jechuudha.
[sirrii] - [abuu daawud, tirmizii, ibnumaajah fii ahmad odeessan] - [Sunana abbaa daawud - 30]
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- yeroo dhimma isaanii ba'atanii mana fincaaniitii ba'anutti akkana jedhu ture: (ghufraanaka) araarama keen barbaada jechuudha.