+ -

عَنْ عَبْدِ اللَّهِ بنِ عُمَرَ رَضِيَ اللَّهُ عَنْهُما:
أَنَّ امْرَأَةً وُجِدَتْ فِي بَعْضِ مَغَازِي النَّبِيِّ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ مَقْتُولَةً، فَأَنْكَرَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ قَتْلَ النِّسَاءِ وَالصِّبْيَانِ.

[صحيح] - [متفق عليه] - [صحيح البخاري: 3014]
المزيــد ...

Abdullaah bin umar irraa akka odeeffametti -Rabbiin isaan irraa haa jaallatu:
lolaa nabiyyii tokko keessatti -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- dubartiin wohii ajjeefamtee argamtee jennaan, ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- dubartii fi daa'imman ajjeesuu mormani.

[sirrii] - [Bukharif muslim irratti waliigalan] - [Sahiiha bukhaarii - 3014]

Ibsaa

nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- lolaa isaanii tokko keessatti dubartii ajjeefamte arganii, dubartii fi daa'imman xixiqqoo kanneen hin baallagne ajjeesuu mormani.

Hiikaa: Ingiliffaa Orduu ispeeniffaa Indoneziyaffaa igooriffaa bangaaliffaa Faransaayiffaa turkiffaa hiikaa raashiyaa boosniyaffaa hiikaa sanhaaliffaa afaan Hindii chaayiniffaa faarisiffaa vetenaamiffaa tagaaloogiffaa kurdiffaa hoosaa portuugaaliffaa malayalaamiffaa sawaahiilii taaylaandiffaa bishtuu asaamiiffaa suweydiffaa Amaariffaa holaandiyaa goojaaraatiffaa neebaaliffaa daryaffaa HSomaaliffaa
Garsisuu hiikowani

bu.aa hadiisa irraa

  1. dubartii fi daa'imman irraa kan lola hin lolle, akkasumas worra isaan fakkaatu maanguddootii dadhaboo dulloomanii fi monokseenis hin ajjeefamanu, hanga worri kun worroota yaadaa fi muslimoota ajjeesuu irratti gargarsa kennu hin taanetti, garuu yoo akkas kan ta'anu ta'e ni ajjeefamu.
  2. dubartootaa fi daa'imman ajjeesuun dhoorgaa ta'uu isaa, isaan kun muslimoota hin ajjeesanu waan ta'eef, galmi guddaan karaa Rabbii keessatti loluu humna worra muslimootaan lolani cabsuudha; akka waamichi haqaa hunda ilmaan namaa qaqqabutti.
  3. lolaa fi waraana keessattillee rahmata nabiyyiin qabanu -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu-