1. Fuula Duraa
  2. Maxxansaawwan
  3. fiqhiifii beekkomsa hundee isaa

Hadiisa Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- saa'ii tokkoo hanga muddii shaniitiin dhiqu yookaan dhiqatu ture, akkasumas muddii tokkoon wuduu'a godhatu ture

عَنْ أَنَسٍ رضي الله عنه قَالَ:
كَانَ النَّبِيُّ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ يَغْسِلُ، أَوْ كَانَ يَغْتَسِلُ، بِالصَّاعِ إِلَى خَمْسَةِ أَمْدَادٍ، وَيَتَوَضَّأُ بِالْمُدِّ.

Anas ibnu Maalik irraa akka odeeffametti -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- ni jedhe:
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- saa'ii tokkoo hanga muddii shaniitiin dhiqu yookaan dhiqatu ture, akkasumas muddii tokkoon wuduu'a godhatu ture.

sirrii Bukharif muslim irratti waliigalan Sahiiha bukhaarii - 201

Ibsa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- saa'ii tokko irraa hanga muddii shaniitiin janaabaa irraa dhiqatu ture, akkasumas muddii tokkoon wuduu'a godhatu ture. saa'iin tokko, muddii afur ta'a, muddiin tokko: guutuu ganaa lameenii kan nama uumamni isa giddu galeessa ta'eeti.

bu'aa hadiisichaa irraa

  1. Bishaan wuduu'aatii fi dhiqannaa keessatti qusannaa fi qisaasessuu dhabuun karaa godhamuu isaa, argachuun isaa laafaa yoo ta'ellee .
  2. Bishaan wuduu'aatii fi dhiqannaa keessatti hanga haajaatiin xiqqeessuun jaallatamaa ta'uu isaa, kun karaa nabiyyiiti, Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu.
  3. Kan itti fedhame dhiqannaa fi wuduu'a keessatti sunnaa fi namuusa isaa eeguu woliin qisaasessuu fi sassatuun maletti woliin ga'uudha, yeroo, hedduummatina bishaaniitii fi xinneenya isaa akkasuma kan biroo eeguu woliin.
  4. Janaabaan hunda nama bishaan sanyii gannaqe yookaan wolqunnamtii saalaa raawwateetu ittiin waamama, hanga isa irraa qulqullaa'utti namni janaabome salaataa fi ibaadaa irraa waan fagaatuuf akkas jedhamee waamame.
  5. Saa'iin: hanga safaraa beekamaadha, kan itti fedhame saa'ii nabiyyiiti, ulfaatinni isaa qamadii bareedaa irraa misqaala (480) ta'a, litriidhaan(litrii 3) ta'a.
  6. Muddiin: mala safara shari'aa irraati, inni ganaa lameen nama giddu galeessa ta'ee diriirsee yeroo guute, muddiin tokko woliigaltee fuquhaa'aatiin tokko afraffaa saa'iiti, hangi isaa miili litra (750).

Hiikkaawwan dhiheessuu

52 Afaan
EN English الإنجليزية
UR اردو الأوردية
ES Español الإسبانية
ID Indonesia الإندونيسية
BN বাংলা البنغالية
TR Türkçe التركية
RU Русский الروسية
BS Bosanski البوسنية
SI සිංහල السنهالية
HI हिन्दी الهندية
ZH 中文 الصينية
FA فارسی الفارسية
VI Tiếng Việt الفيتنامية
TL Tagalog تجالوج
KU Kurdî الكردية
HA Hausa الهوسا
PT Português البرتغالية
ML മലയാളം المليالم
TE తెలుగు التلغو
SW Kiswahili السواحيلية
TA தமிழ் التاميلية
MY မြန်မာ البورمية
TH ไทย التايلندية
DE Deutsch الألمانية
PS پښتو بشتو
AS অসমীয়া الأسامية
SQ Shqip الألبانية
SV Svenska السويدية
AM አማርኛ الأمهرية
NL Nederlands الهولندية
GU ગુજરાતી الغوجاراتية
KY Кыргызча القيرقيزية
NE नेपाली النيبالية
LT Lietuvių الليتوانية
PRS دری الدرية
SR Српски الصربية
TG тоҷикӣ الطاجيكية
RW Kinyarwanda الكينياروندا
RO Română الرومانية
HU Magyar المجرية
CS Čeština التشيكية
MOS Moore الموري
MG Malagasy المالاجاشية
KN ಕನ್ನಡ الكانادا
WO Wolof الولوف
AZ Azərbaycan الأذربيجانية
UK Українська الأوكرانية
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية