Galmee Hadisotaa

Ergamaa Rabbiitif -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- yeroo rakkinaa fi yeroo bal'inaattis, yeroo hawwinuu fi yeroo jibbinuttis dhaggeeffachuu fi ajajamnuuf, akkasumas nu irratti dhiibbaan uumamus
عربي Ingiliffaa Orduu
“Mootonni ni argamu, isinis hojii isaan irraa waan beektanii jaallattanii fi waan mormitan qabdu, Kanaafuu namni beeke bilisa baha, namni morme immoo nagaa ta’a, namni jaallatee isaan duuka bu'e ni bada
عربي Ingiliffaa Orduu
Amantaa jechuun gaarii yaaduudha
عربي Ingiliffaa Orduu
Yaa Rabbi nama dhimma ummata kootii irraa waan tokko irratti muudamee isaan rakkise ati isa rakkisi, nama dhimma ummata kootii irraa waan tokko irratti muudamee isaanitti laaffise ati isatti laaffisi
عربي Ingiliffaa Orduu
Gabrichi kamuu kan Rabbiin ummata akka hoogganu isa godhee, guyyaa du'u haala ummata isaa ganeen yoo kan du'u ta;e, Rabbiin jannata haraama isa irratti taasisu malee hin hafu
عربي Ingiliffaa Orduu
Namni ajajamuu dhiisee jamaa'aa muslimtootaa irraa adda bahee du’e, du’a wallaalummaa du’a
عربي Ingiliffaa Orduu
Osoo dhimmi keessan nama tokko irratti walitti qabamee jiruu, nama gargar isin baasee tokkummaa keessan balleessuuf gara keessan dhufe ajjeesaa
عربي Ingiliffaa Orduu
Rabbiin sodaadhaa, (namni isinirratti moohe) gabricha habashallee osoo tahee dhagayuu fi ajajamuufii qabdan, Ana boodaa waldhabdee jabaadha arguuf teessanii, Sunnaa kiyyaa fi Sunnaa Khaliifota kiyya kan qaleeloo qajeelfamoo ta'anii qabadhaa
عربي Ingiliffaa Orduu
Haqa walii galaatiin of jaallachuu fi wantoonni hedduun isin isii mormitan ta'uuf taa'an" Sahaabonnis akkana jedhanii gaafatan: Yaa Ergamaa Rabbii yeroo sana maalitti nu ajajju? isaanis ni jedhan: "Haqa isin irra jiru raawwataniiti haqa keessan Rabbiin kadhattan
عربي Ingiliffaa Orduu
Tokkoon tokkoon keessan tiksee waan taataniif, waan tiksitan san irraa itti gaafatamummaa qabdan,
عربي Ingiliffaa Orduu