عَنِ ابْنِ عَبَّاسٍ رَضيَ اللهُ عنهُما أَنَّ رَسُولَ اللهِ صلى الله عليه وسلم:
نَهَى عَنْ كُلِّ ذِي نَابٍ مِنَ السِّبَاعِ، وَعَنْ كُلِّ ذِي مِخْلَبٍ مِنَ الطَّيْرِ.
[صحيح] - [رواه مسلم] - [صحيح مسلم: 1934]
المزيــد ...
Ibnu Abbaas irraa akka odeeffametti -Rabbi isaan irraa haa jaallatu- Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu-
Hunda bineensa qarriffaa qabu irraa dhoorganii jiru, akkasuma hunda allaattii qeensa qabu irraas.
[sirrii] - [Muslimtu gabaase] - [Sahiiha muslim - 1934]
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- hunda bineensa karaa qarriffaa isaatiin adamsuu nyaachuu irraa dhoorgani, akkasuma hunda allaattii qeensa isaatiin qabuu fi kutu nyaachuus dhoorganiiru.