Tarree Hadiisotaa

Rabbiin waan hunda irratti tola ooluu dirqama godheera
عربي الإنجليزية الأوردية
Wanti nama macheessu hundi haraama
عربي الإنجليزية الأوردية
Rabbiin waan hunda irratti tola ooluu dirqama godheera
عربي الإنجليزية الأوردية
Wanti nama macheessu hundi farshoodha, wanti nama macheessu hundinuu ammoo haraama, namni addunyaa tana irratti farshoo dhugee osoo irraa hin towbatin araada itti tahee du'e, inni Aakhiratti ishee hin dhugu
عربي الإنجليزية الأوردية
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- hoolaa buburree gaafa qabu lama uduuhiyyaaf qalani, miila isaanii morma hoolaa irra kaa'anii bismillaahi Allaahu Akbar jechaa harka ofiitiin gorra'ani
عربي الإنجليزية الأوردية
Rabbii fi Ergamaan isaa farsoo, du'aa, karkarroo fi taabota gurguruu haraama taasisanii jiru
عربي الإنجليزية الأوردية
Hunda bineensa qarrinffaa qabu irraa dhoorganii jiru, akkasumas hunda allaattii qeensa qabu irraas
عربي الإنجليزية الأوردية