naamusa qur'aana qara'uufii baachuu

1Tarree Hadiisotaa

Tarree Hadiisotaa 1

Ergamaa Rabbii irraa -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- aayatoota kudhan kan qara'an turani, hanga beekumsaa fi hojii waan isii keessa jiru baranutti barumsa kurnan biroo hin fudhatanu ture