tarreewwan damee

Galmee Hadisotaa

Namni nama rakkataa yeroo kenneef, yookaan isaaf irraa gadi buuseef, guyyaa gaaddisa Isaa malee gaaddisni hin jirre guyyaa qiyaamaatti Rabbiin gaaddisa Arshii Isaa jaalatti isaaf gaaddiddeessa
عربي Ingiliffaa Orduu
Isin Gooftaa keessan akkuma ji'a kana argitaniitti arguuf teessan, Isa arguufis wal hin rakkiftan
عربي Ingiliffaa Orduu
“Guyyaa Qiyaamaa jalqaba wanti isa keessatti gidduu namootatti murtiin godhamuu dhiiga
عربي Ingiliffaa Orduu
Miilli gabrichaa lamaan guyyaa qiyaamaa hin sochootu, umrii isaa maal keessatti akka fixe, beekumsa isaa maal akka itti hojjete, qabeenya isaa eessarraa akka carraaqee fidee fi maal keessatti akka isa baasee fi qaama isaa maal keessatti akka fixe irraa hanga gaafatamutti
عربي Ingiliffaa Orduu
Abbaan warqii fi meetii waan irraa kaffaluun malu hin kaffalin guyyaa Qiyaamaa loowhaan ibiddaa isaaf diriirfamu malee hin hafu
عربي Ingiliffaa Orduu
namni yemmuu azaana dhagahu akkas jedhe: "Yaa Rabbi , Gooftaa waamicha guutuu fi salaata yeroo hunda raawwatamu kanaa, Muhammadiif eddoo guddaa fi sadarkaa kenniif, gara eddoo faarfamaa isa ati waadaa galteettis isa ol kaasi" namni jedhe: Araarsummaan/jaarsummaan koo guyyaa qiyaamaa isaaf ni ragga'a”
عربي Ingiliffaa Orduu
Rabbiin toltuu tokkollee mu'umina hin miidhu, duuniyaatti isiidhaan kennama, aakhiratti immoo isiidhaan mindeeffama
عربي Ingiliffaa Orduu
Ani hawdii irra taa'een nama isin irraa gara koo dhufu ilaala, namootni gariin anaa gaditti qabamu, anis nan jedha: yaa Rabbi (isaan) ana irraati ummata koo irraati
عربي Ingiliffaa Orduu
{Ergasii wallaahi guyyaa san qananii irraa ni gaafatamtan}
عربي Ingiliffaa Orduu