Tarree Hadiisotaa
Namni bakka tokko qubatee eegasii, A'uuzu bikalimaatillaahi attaammaati Min sharri Maa Khalaq jedhe, qubsuma isaa sana irraa hanga imalutti homaa isa hin miidhu
عربي
الإنجليزية
الأوردية
Ani jecha tokko beeka osoo isa jedhee aariin kun irraa deema ture
عربي
الإنجليزية
الأوردية
Namni don'i nama ani isa biratti dubbatamee salawaata narratti hin buusini
عربي
الإنجليزية
الأوردية
Namni nyaata nyaatee ka'ee: Al-hamdulillaahillazii ax'amanii haaza wo razaqaniihi min gayri hwlin minnii wolaa quwwah, jedhe badiin isaa inni dabarse isaaf dhiifameera» jechuunis: faruun kan Rabbii malaa fi humna kootiin maletti kana na nyaachisee na razzaqeeti, jechuudha
عربي
الإنجليزية
الأوردية
waan gaafattan irra waan caaluutti isin akeekuu? yeroo bakka ciisichaa keessanii qabattan- yookaan firaasha keessanitti ol baatan- yeroo soddomii sadi Rabbiin qulqulleessaa, yeroo soddomii sadi Rabbiin faarsaa, yeroo soddomii afur Rabbiin guddisaa, inni kun hojjataa qabaachuu irra isiniif caala
عربي
الإنجليزية
الأوردية
Sun sheyxaana “Khinzab” jedhamu, Yeroo wanti akkasii sitti dhaga’ame, Rabbitti irraa maganfadhuu, gara bitaa kee irratti yeroo sadii tufi
عربي
الإنجليزية
الأوردية